Iraan Gaafii Hulaa Galaana Itoophiyaa Deeggarte! Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Iraan Alii Akbar Raazaanii Itiyoophiyaan karaa nagaa karra galaanaa argachuuf tattaaffii taasisaa jirtuuf deeggarsa qaban ibsanii jiru. Ambaasaaddarichi gaaffiifi deebii Raadiyoo Ahadu waliin taasisaniin, guddinni din…
April 5, 2026 205