#Akkamitti Phishing Irraa Of Ittisuu Dandeenya.
Teessoon ergaa tokko fi wantoonni foormicha irratti guutaman shakkii yoo qabaatan, tasgabbii madda isaa dursanii qorachuu, Karaaleen phishing ittisuu dandeenyu keessaa.
โGonkumaa linkii ykn attachment hin beekamne irratti hin cuqaasin
โErgaa sobaa unsubscribe gochuu irraa of eeggadhaa
โErgaa qamoolee amanamoo irraa isin qaqqaban qofaaf deebii kennaa.
โJechoota darbii/password cimaa fayyadamaa.
โErgaawwan shakkisiisoo gabaasuu fi kanneen biroo
#Haakeroonni toftaa phishing kana fayyadamuun eenyummaa keessan kanneen miidiyaa hawaasaa faa hatuus ni danda'u kanaaf of eggannoo gochaa.

1January 10, 2026 706 1