Barattoonni Mana Barumsaa Addaa sad.2ffaa Shaambu qormaataa… — HORO GUDURU SPECIAL SECONDARY SCHOOL 2013 — TG.ME

Barattoonni Mana Barumsaa Addaa sad.2ffaa Shaambu qormaataa Biyyoolessaa bara 2018 e.c kutaa 12ffaa baratan hundi baranaan si'a sadaffaaf hundi isaanii %100 darbaniiru. Baga gammaddan. Baga gammadne. Shambu Special Secondary School has achieved a 100% pass rate in the 2018 Grade 12 National Examination for the third time! 🎉 Congratulations to all our students, teachers, staff, parents, and supporters on this remarkable achievement! 🥳👏 This is a proud moment for all of us!

August 26, 2026 1K 5