Forwarded fromSHAMBU SPECIAL SECONDARY SCHOOL Grade 9-12
Barattoonni Mana Barumsaa Addaa sad.2ffaa Shaambu qormaataa Biyyoolessaa bara 2018 e.c kutaa 12ffaa baratan hundi baranaan si'a sadaffaaf hundi isaanii %100 darbaniiru. Baga gammaddan. Baga gammadne. Shambu Special Secondary School has achieved a 100% pass rate in the 2018 Grade 12 National Examinat…
12
6
2August 26, 2026 975 5