Duraan dursee waaqayyoo uumaa keenya isa barattoota keenyaa fayyaafi… — HORO GUDURU SPECIAL SECONDARY SCHOOL 2013 — TG.ME

Duraan dursee waaqayyoo uumaa keenya isa barattoota keenyaa fayyaafi dandeetti kennee milkaa'ina kanaan geessiseef galatniifi ulfinni guddaan haa ta'u. Barattootni, maatii barattootaa, barsiisotni, hoggansi sadarkaa adda addaa, hawaasni Magaala Shaambuu, hawaasni Godinaa Horro Guduruu Wallaggaa Baga gammaddan Baga gammanne. Barattootni kutàa 12ffaa bara 2018 Qormaata EUEE fudhatan 100% seensa University argatanii jiru. Star students 1. Bonsa Namomsa 516 2. Ermias kefyalew 512 3. Kuma Chibsa 507 4. Dawit Kitessa 499 5. Sagni Marga 498.40

August 25, 2026 807 1 7