Guyyaa 21/06/2017
Waajjira Qonnaa Aanaale 12 fi Magaloota Godinaa keenyatiif
B/J
Dhimmii Isaa;- Gamaggama Hojii Qonnaa Kurmaana 2ffaa Sadarkaa Gandaattii Gaggeessuuf Kallattii ta'ee Isiin Beeksiisuu ta'aa!
1.Guyyaan gamaggamichii Gaggeefamuu Kallaattii dursaa kennaame 20-21/2017 Haa tahuu malee harcaattii guddaa waan qabuuf Guraandhala 22-23/2017 ttii gageefame Xumuramuu qabaa.
2. Bakkaa Gamaggamichii Ittii Gaggeefamuu Gandarrattiidha
3 .Qaama Gamaggama Kanaarraattii Hirmaatuu Qonnaan Bulaa Gandicha Keessa Jiru fi Qooda Fudhattoota Garaagaraa Hojii Qonnaa Deeggaranii fi Irraattii Boba'aaniidha
4.Qaamni Gamaggama Kana Qabatee Gaggeessuu fi Gabaasa Dhiyeessuu IG Qonnaa Gandaa fi HMH Gandichaa Keessattii Ogummadhan Qaxaramanii Jiran Hundaatu itti qopha'uu qabu! Haala Qabatama Ganda Sanaan Gabaasni Qopha'ee! Qonnaan Bulaaf Waamichi Darbee harcaatii malee argamuu qaba.
5.Koreen Sadarkaa Gandaattii Ijaaramuu Qabu. Koreen Gabaasa, Koreen Loojistikii Keessattuu Qonnaan Bulaaf Bunaa fi shayii akkaa waliif fiduu gochuu
6. Koreen iddoo bakka marii qopheessuu,LCD, Generetara,Dukkaana,Sagalee Guddiftuu, Dursanii Qopheessuu
7. Sirni Deeggarsaa fi Hordoffiin Godinaa fi Aanarraa Boba'uun Gammaggamichaa Milkeessuuf Hojechuu
8. Gamaggamnii Hangaa Ammattii Gaggeessinee Kan Milkaa'uu Qonnaan Bulaan Yoo Amanee Fudhatee fi irrattii waliigalameedha!
9. Qabxileen Mariif ta'aan Naannoorraa Gad Bu'aan Aanaarraattii Gamaggaman Fudhachuun gandaarrattis Sanumatu gad Bu'uu qaba.
10. Gammaggamni Gaggeefamuu Haala Qabatamaa Gandichaan Hojiiwwaan Qonnaa Waligala Hojjetamaa Jiran Irraattii Mari'atama
11. Kanaaf, Guyyaa Har'aa Karoorrii Qonnan Bulaa Biiroo Qonnaa Qaqabuu Qaba. Gandarrattii, Aanaarrattis, Godinarrattiis Koreen Gabaasa Ijaaramee Sochii Jiru Naannoo Beeksiisa Deemuun Dirqama ta'a!
"Jijjiramaaf Haa Hojjennuu!"