Qaroo Post: post #1048 — TG.ME

Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa Gatii Dhala Qusannaa Gabaaf Bane

​Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa seera dhala qusannaa gad-aanaa (Minimum Deposit Saving Rate) waggoota dheeraaf hojiirra turaa ture kan dhibbeentaa 7 (7%) turuu kaasuun, kanaan booda hamma dhalaa fedhiifi dhiyeessii gabaatiin akka murtaa’u beeksiseera.

@QarooPost
December 30, 2025 462