Qaroo Post: post #1065 — TG.ME

Bubbee S1E13
Hirmii

Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa!

https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw
YouTube
Bubbee S1E13 | Hirmii | 2026 | AMN Afaan Oromoo
Kun Siitkoomii Bubbee AMN PLUS'n qophaa'uun isin bira gahu dha! Har'a Kutaa 13ffaarra gaheera. Daawwadhaa! Waliif Qoodaa! #BubbeeSitcom #bubbee #hirkoo #BubbeeComedy #afanoromo_comedy #besintu #ethiopiancomedy #viral #oromo #SiitkoomiiBubbee #KoomeediiBubbee…
June 2, 2026 271