Faabiyaan Ruuyiiz bara kana Badhaasa Ballon d'Or injifachuuf kaayyoo… — ODAA ISPOORTII — TG.ME

🚨Faabiyaan Ruuyiiz bara kana Badhaasa Ballon d'Or injifachuuf kaayyoo kan qabu yoo ta'u, dhimma kana irratti baay'ee dubbachaa jira!

“Garee waliin, waan Hunduma injifadheera! Hojii guddaa ani hojjedheen booda, wanti hafe badhaasa dhuunfaa qofa: Ballon d’Or.

Kunis kabaja naaf kenna.” 💫

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
🥰6❤2🔥1😍1
September 6, 2026 941 1