Jechoota Hayyootaa ๐ Ifa guyyaa argachuuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. Wiiliyaam Shekipiir ๐ Kaleessaaf gaabbuuf boriif dhiphachuun guyyaa har'aa balleessuudha. Maaksim Tiroobey ๐ Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jala ba'uu hin dandeessu. Wiiliyaam Shekispiir ๐ Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i! Jecha warra Inglizii ๐ Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru. Jecha warra Moorookoo ๐ Nama carraa qabu galaanatti yoo darbateyyuu qurxummii qabatee ba'a. Jecha warra Arabaa ๐ Namni suuta deemuu dafee bakka yaade ga'a Jecha warra Chaayinaa ๐ Daandii bakka yaadde sigeessisu utuu hin beekin adeemsa hin jalqabin. Jecha warra Inglizii ๐ Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu danda'u qofa hawwummoo nama ogeessa. Jecha warra Aayilaandi ๐ Namni dogoggorasaa mul'isee himatu akka nama kosii mana keessaa haruuti. Maatammaa Gaandii ๐ Nama tokko dogoggorasaarraa deebisuun hojii guddaadha. Abirahaam Liinkan ๐๐๐JOIN๐๐๐ @New2016 @New2016 @New2016
57
34
7
7
3