Mana Barumsaa Bultii Adda: post #234 — TG.ME

#Hanaan_Naajii👏 Akka Itiyoophiyaatti barattuun qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 qabxii olaanaa galmeessite, magaalaa Finfinnee, mana barumsaa Kiruuz irraa. Barattuun Hanaan Naajii Ahmad Saayinsii Uumamaatiin qabxii 649 galmeessuun seenaa hojjette . 🗑ADS🗑 http://nebsefte.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA

❤20👍9🔥6👎2
October 10, 2023 28.8K 1