#kutaa_12ffaa Ministeerri barnootaa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 bor ganama akka gadhiifamu ibseera, haa ta'uyyuu malee rakkoolee Teeknikaa akka hin mudanneef ministeerichi sirreeffama (Debug) taassisuun haala mijeessaa kan jiru yemmuu ta'u, firii barattootaa ganama irra ni gadhiifama jedhamee eegamaa jira. Akka,ministeerichi fuula miidiyaa hawaasummaa isaa irratti ibsetti firiin barattootaa ganama sa’aatii 1:00 irraa kaasuun kan ifoomu ta'a. Firiin akka ifoomeen miidiyaan @New2016 kan isin beeksisu ta"a. Yeroo ifoomutti Barattoonni Firii isaanii filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu danda'u 🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284
19
14
1October 9, 2023 26.6K 1