Mana Barumsaa Bultii Adda: post #228 โ€” TG.ME

Dhugaalee kofalchiisoo 10 ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ 1. Ija kee daawwitii keessatti malee arguu hin dandeessu๐Ÿ˜ฌ๐Ÿ˜ฌ 2. Rifeensa mataa kee laakkoftee fixuu hin dandeessu๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ 3. Afaan kee bantee funyaaniin harganuu hin dandeessu๐Ÿค—๐Ÿค— 4. Amma ati gocha lakkofsa 3 yaalaa jirta๐Ÿ˜๐Ÿ˜ 6. Yeroo laakkofsa 3 yaaltu wanti sun siif danda'amee gammadeetta.ย  Garuu akka sareetti harganaa jirta๐Ÿ˜‹๐Ÿ˜‹๐Ÿ˜ฌ๐Ÿ˜ฌ 7. Yeroo ammaa kolfaa jirta sababni isaas akka gowwoomfamte barteettu๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿค“๐Ÿค“๐Ÿ˜Ž 8. Laakkofsa 5 irra utaalte jirta๐Ÿ™Š๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™‰๐Ÿ˜‰๐Ÿ˜‰ 9. Amma ammoo akka laakkofsi 5 jiru baruuf ilaala jirta๐Ÿค“๐Ÿค“๐Ÿค“๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ 10. Amma ammoo wanti kun so ajaa'ibee namatti himuuf jetta๐Ÿ˜…๐Ÿ˜…๐Ÿ˜… Hiriyyoota keetiif share gochuudhaan bohaarsi Barattoota Oromoof @New2016 Join godhaa itti makamaa

๐Ÿ‘77โค39๐Ÿ‘Ž15๐Ÿ˜11๐Ÿ”ฅ5๐Ÿ‘5๐Ÿ’ฉ3๐Ÿฅฐ2
October 8, 2023 30.8K 246