Mana Barumsaa Bultii Adda: post #224 — TG.ME

Irreecha_ baranaa Oromoon hundumtuu Kanbargamaaf gamaa Hayyuuf beekaa ta'uuf Yeroon qabdan amma Wolaalaa kee gorsaa Beekaa kee kabajaa Keeniyaaf somaalii Barri bara gaarii Abdachuun argachuu Siif ta'ati yaadi Oromoon beekumsaan Kan addunyaa caalu Garuu maal nuufgodha Tokkummaan hin jiru Yaa oromoo tiyyaa Guddicha afrikaa Beekaa fi beekamaa Ardii fi addunyaa Baga geessan jenna Irreecha baranaa Ummatni biyya koo Jimmaaf dambidooloo Adaamaaf finfinnee Booranaaf wollaggaa Iluudhaafi baalee Shawaa fi arsiileen Amboofi karrayyuu Kiristaanni martuu Baga geessan jenna Nuti muslimootni Irreechi kan milkii Kan quufaa gabbinaa Akka siniif ta'u hawwina ⚘️⚘️⚘️🌹🌹🌹⚘️⚘️⚘️

❤18👍15👏2
October 6, 2023 26.7K 12