Sirreeffama Waamicha Beeksisa Galmee! Waamicha Beeksisa Galmee Barattoota kutaa 9ffaa haaraa bara 2016 manneen barnootaa ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaatti baratanii kan Biiroon Barnootaa Oromiyaa Beeksisee ture, Barattoota WMO Bishooftuutti baratan kan of keessatti hin qabanne waan ta'eef, Waldaan Misooma Oromiyaa Guyyaa galmee barattoota kanaa dhiheenyatti kan beeksisu ta'a. Hagasitti barattoonni kun qophii barbaachisu gochuun obsaan akka eeggattan gamanumaan isiniif dhaamna.
12
11October 4, 2023 18.9K 3