Rahamtaaf nagiya Kan akka galaanaa Nabiitti haa bu'u Kan yaa'u wal… — @Mu Az Mahamed official — TG.ME

Forwarded fromWAWALOO KHALID
Rahamtaaf nagiya
Kan akka galaanaa
Nabiitti haa bu'u
Kan yaa'u wal faana

Caalaa kalqii cufaa
Muhammad musxafaa
Rahmata itti buusi
Rabbi alf alfa

#Muhammad❤️
❤6
September 2, 2025 2.7K 5