Jaalala jechuun maal jechuudhaa ?
Jaalala jechuun gammachuu nama jaalataniitiif jiraachuu jechuudhaa
Jaalalti jireenya.
Jaalalti gammachuudha.
Jaalalti kan dheeboteef bishaanii.
Kan beelaheef soorata onneeti.
Kan dharraheef soorata ijaati.
Jaalalti nama gammachiifti akkasumaas gaddaas qabdi.
Jaalalti ifa akkasumaas kan dhabetti dukkana.
Jaalalti waan hunda jechuun ni danda'amaa.
Yaadaaf @keetiis_bot tuqaa
@ramme63 @ramme63
Forwarded fromJechoota jaalalaa fi kaka'umsa
4May 10, 2026 1.2K 4