@MHAAAAG · 3K subscribers
@WAAAGurawaa
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/MHAAAAGIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created August 20, 2021per Telegram
We have been tracking it since August 25, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Share Qajeelfama haarayaa jijjirraa Barsiisoota lakk 12 2018.pdf
📢 ODUU GAMMACHIISAA Barsiisotaa fi Hoggansa Manneen Barnootaa Aanaa Gurawaa Hundaaf Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa hawaasa keenyaaf odeeffannoo Seeraa dhimmoota garaagaraa irratti karaa miidiyaalee addaa addaa dhaqqabamaa taasisuuf hojjachaa turee jira. KANUMAAN barreeffama arraatiin Qajeelfa…
Share 4_6005650330455383808.pptx
⚖️ Odeeffannoo Seeraa Barbaachisaa! ⚖️ Murtiiwwan dhimmota Hiika Heeraa waliin walqabatan irratti Mana Maree Fedhereeshinii Itoophiyaatiin kennaman guutumaan guutuutti dubbisuun hubannoo seeraa keessan gabbifadhaa! Murteewwan gurguddoo kana kallattiin argachuuf linkii armaan gadii tuqaa daawwadha…
* Sakatta'iinsa Tasaa: To'attoonni bu'aa bosonaa qarmaammee (checkpoint) irratti fi iddoo kuusaa/oomishaa irratti sakatta'iinsa tasaa gaggeessuu ni danda'u. * Dhaala Bu'aa Bosonaa: Bu'aan bosonaa hayyama darbii malee socho'u ykn kuufamee argame ni dhaalama; konkolaachisaa fi abbaa qabeenyaa irratti…