Jimma University Question®️: post #3228 — TG.ME

#JIMMA_UNIVERSITY_PORTAL_UPDATE

The Jimma University Portal, which was experiencing minor difficulties earlier, is now fully operational.
Students can now access their grades and other student services through the portal.

Thank you for your patience and understanding.
Jimma University Students Union.
Serving Students • Representing Students

━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Poortaaliin Yunivarsitii Jimmaa, kan duraan rakkoo xiqqoo qabaachaa ture, amma guutummaatti sirnaan hojjechaa jira.
Barattoonni amma portalicha fayyadamuun qabxiiwwan isaanii fi tajaajiloota biroo argachuu ni danda’u.

Obsaa fi hubannoo keessaniif galatoomaa.

GAMTAA BARATTOOTAA YUNIVARSITII JIMMAA

Barattoota Tajaajiluu • Barattoota Bakka Bu’uu

━━━━━━━━━━━━━━━━━━
የጅማ ዩኒቨርሲቲ ፖርታል ከዚህ ቀደም ብዙም እየሰራ አልነበረም ፣ አሁን ሙሉ በሙሉ በአግባቡ እየሰራ ይገኛል።
ተማሪዎች ፖርታሉን በመጠቀም ውጤቶቻቸውን እና ሌሎች የተማሪዎች አገልግሎቶችን ማግኘት ይችላሉ።

ለነበራችሁ ትዕግስትና ግንዛቤ እናመሰግናለን።

Jimma University Students Union ተማሪዎችን ማገልገል • ተማሪዎችን መወከል

🔗 : portal.ju.edu.et/login


🔹Share :
🌟🌟🌟🌟🌟═══╗
@JimmaUniversityQuestion
@JimmaUniversityQuestion
🌟🌟🌟🌟🌟═══╝
❤14👏2🥰1
August 11, 2026 4.2K 17