@Jechoota_jalalaa · 2.4K subscribers
Channela keenya kana irraa:- ☑Jechoota jaalala ☑Baacoo fi Afoola ☑Dubbiste irraa baratta ☑Asoosama adda addaa fi kkf. YouTube channel Kenya subscribe godha 🙏, 🙏 🙏 🥰 https://www.youtube.com/@Kenbolyrics @kenbo_dagafu
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Jechoota_jalalaaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created October 1, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 27, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
#ASOOSAMA_GABAABAA #MIIRA_MIIDHAME #Kutaa_3ffaa Barr. Jaali Abata Ayii anaa maal irraa akkan eegalu wal laaleen peennaa koo qabadheen Afaan kiyya ittiin rurukutaan qooxii manaa ilaaleen yaadaan dhidhime...... Achii asis deebi'een imaltuu y…
[media, no text]
#ASOOSAMA_GABAABAA #MIIRA_MIIDHAME #Kutaa_2ffaa Barr. Jaali Abata Guyyaa miti kan abaarame;- ana kan abaarame jedheen yaada koo keessa deebi'a. Uffffffff Jedheen imala yaada koo keessa bahee turetti deebi'ee dhidhime... Jechoonni gara sammuu kootti…
[media, no text]
#ASOOSAMA_GABAABAA #MIIRA_MIIDHAME Barr. Jaali Abata Sagaleen muuziqaa ani dhageeffadhu gurra kooti akka damma minya'uu. Qophummaa koos na dagachiisani miiraa yaadaan na gulufsiisu. Farda yaadaan imaleen guyyoottan dabarsaa turre yaadadha. Tuujjuba yaadadhan dhugameen egere…