@Hi21Mar · 10K subscribers
Sagalee Wangeela Ortoodoksii Tewaahidoo +ድምፀ ወንጌል ዘኦርቶዶክስ ተዋሕዶ+ ©Kunoo Wangeela Mootummaa ነዋ ወንጌለ መንግስት። :- Lallaba Wangeelaa= ስብከተ ወንጌል :- Kitaaboota garagaraa= የተለያዩ መፃሕፍት :- Deebii Shakkitootaaf= ለመናፍቃን መልስ ፡-Hubannoo amantii kennuu
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Hi21MarIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created March 15, 2024per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Kanaaf nuti har'a irraa kaane mootummaa waaqayyoo, dhugaa barbaadu, fi bara hamaa kana qoraachuutu nurraa eeggama. Room. 13፥11, Efe. 5፥14-17, Guyyaan fayyinaa har'aadha. 2ffaa Qor. 6፥2 QULQULLOOTA BINEENSA LOLA EEGALAN. ከአውሬ ጋር ውጊያ የጀማሩ ቅዱሳን Mul 11፥1-13 Rag…
2.ffaa= Bultoo waaqayyoo kan jedhamtee Iyyaasus Kiristoos dhiiga isaa qulqulluun kan labsee, maqaa isaa qulqulluu ksn itti waamamuu qulqulleeffamuu, faarfatamuu, foon qulqulluu fi dhiigni kabajaa kan itti raawatamuu/ nyaatamuu fi dhugamuu/ qulqulleetti mana amantaati. Ho. Du. Bu. 20፥20, 5፥20, Maat.…
.፡Share Godha. Badii Bineensa 666 Kutaa 2ffaa Bineensi arrabsaadha. Mul. 13:1 አውሬ ተሳዳቢ ነው። ራእ፡ 13፥1 B/sa Walda Mikaa'el Makonniin https://telegram.me/FSZaOT12 Duuka bu'aan Yohhaannis haala kanaan erga caafe booda, cubbuu beebeekamoo torbaa bara Masiih sobaa dura caalaa kan raawwatamuu mataa…
Warra Du’aa Ka’uu fi Ol Ba’uu Maariyaamii Shakkan Hundaaf Gaaffiiwwan Marii fi Qormaataa Baga geessan 🙏🥰 Join: @abdiimaariyaamiifinjira https://telegra.ph/Gaaffii-08-21-3