ህዳሴ ሚዲያ ማዕከል Gidduugala Odeeffannoo Hiddaasee: post #1916 — TG.ME

Kanneen kutaa 9ffaaf dorgoman:
o    Qabxii barnoota kutaa 7ffaa giddugaleessaan 80% fi isaa ol kan qabu/du;
o    Barnoota Herregaa giddugaleessaan qabxii 80% fi isaa ol kan qabu/du;
o    Afaan Ingilizii giddugaleessaan qabxii 80% fi isaa ol kan qabu/du.
Guyyaan galmee Adoolessa 13 hanga 17 bara 2018 A.L.Itti ni gaggeeffama.
Haalli galmee: Galmeen karaa toora marsariitii (ONLINE) ni raawwatama.
Liinkiin galmee:
o    Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dhiirotaa Galaaniif: https://bs.ministry.et
o    Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dubartootaa I/Mananiif: https://bs.ministry.et
Qormaata seensaa:
o    Barattoota kutaa 9ffaaf Adoolessa 22 bara 2018 A.L.I
o    Barattoota kutaa 7ffaaf Adoolessa 23 bara 2018 A.L.I
Bakki fi sa'atiin qormaataa beeksisa addaatiin ni himama.
Hubachiisa: Guyyaa galmee fi qormaataa ifoomeen alatti barataan dhufu tajaajila kan hin arganne ta’uu isin hubachiifna.
 
 
ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!
https://linktr.ee/aacaebc
July 16, 2026 1.5K 3