Waraqaa_Beekamtii_Galateeffannaa_ Ministeeraa_Nageenyaa_Federaalaa… — Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaa — TG.ME

#Waraqaa_Beekamtii_Galateeffannaa_ Ministeeraa_Nageenyaa_Federaalaa

Ministeerri Nageenyaa Federaalaa bara bajataa 2016 keessa tajaajila tola ooltummaa hojjechaa turee keessatti Yuunivarsiitiin Wallaggaa gumaacha olaanaa godheef xalayaa galateeffannaa fi waraqaa ragaa kenneera.
December 30, 2024 1.1K 1