Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf qormaanni online exam waan jiruuf… — Goro secondary school adama — TG.ME

Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf qormaanni online exam waan jiruuf iddoo qormaataa abbaa gadaatti boru gaafa guyyaa 18/10/2018 barattootni NS ganama sa'aatii 3:00 fi SS waaree booda sa'aatii 8:00 irratti argamuun akka qoramtan manni barumsaa cimsee isiin beeksiisa.
ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ነገ ማለት በቀን 18/10/2018 ጠዋት 3:00 ሰዓት Natural science እና ከሰዓት በኋላ 9:00 ሰዓት Social science በአባ ገዳ መፈተኛ አዳራሽ በመገኘት online exam እንድትፈተኑ ት/ቤቱ እጠብቅ ያሳስባል።
June 24, 2026 6.8K 133