Si jaallachuun koo filannoo koo miti, inni carraa samii irraa naaf… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Si jaallachuun koo filannoo koo miti, inni carraa samii irraa naaf kenname fi hiika jireenya kootiiti.

Namaan jaalatamuu miti, nama jaalachu keetin nama gaarii akka taatu hubadhu.

Jaalalli Dhugaa Gatii Dhugaa Nama baasisa.

Maal Wayyaa?
❤25
September 9, 2026 1.6K 1 9