Amboo Gaafa Xiiqii Amboo maqaa kumaa Amboo lafee qabsoo Hawwii nama… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Amboo Gaafa Xiiqii
Amboo maqaa kumaa
Amboo lafee qabsoo
Hawwii nama hundumaa

Amboo gaafa giitii
Amboo lafa seenaa
Amboo biyya gootaa
Amboo lafee seenaa

Amboo mataa biyyaa
Amboo guca qabsoo
Amboo biyya kiyyaa
Amboo gaafa rakkoo

Amboo.....!
👏4
September 8, 2026 698 1