๐„๐„๐๐€๐€ ๐†๐€๐๐€๐€๐๐€๐€ ๐Š๐€๐๐€๐‰๐€๐Œ๐“๐”๐” ๐€๐‘๐“๐ˆ๐’๐“โ€ฆ โ€” ๐…๐ข๐ง๐Ÿ๐ข๐ง๐ง๐ž๐ž ๐๐ซ๐ž๐ฌ๐ฌ โ€” TG.ME

๐„๐„๐๐€๐€ ๐†๐€๐๐€๐€๐๐€๐€ ๐Š๐€๐๐€๐‰๐€๐Œ๐“๐”๐” ๐€๐‘๐“๐ˆ๐’๐“ ๐ˆ๐‹๐…๐ˆ๐๐€๐’๐‡ ๐๐€๐๐๐Ž๐Ž ๐†๐€๐‹๐ƒ๐€๐€๐’๐€๐€

Gootittii qabsooftuu fi sabboontuu artist Inlfinash Qannoo abbaa ishee obbo Qannoo Galdaasaa fi haadha ishee aadde Zartihuun Qananii Naqamtee irraa Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa Ona Guutoo Giddaa ganda Eebbaa bakka addaa Saxxoo jedhamee beekamutti bara 1962 dhalatte. Umriin ishee barnootaaf oggaa gahu, jalqaba Mana Barumsaa Sadarkaa Tokkoffaa Makkootti hanga kutaa sadiitti barattee gara magaalaa Naqamteetti jijjiiramuun Mana Barumsaa Manfasaawwii kan amma Burqaa Jaatoo jedhamee beekamutti barnoota ishee itti fufte.

~ Guutummaa isaa asii DUBBISAA๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ
.
.

1 โšก Instant View
Telegraph
Kush Press.Com
๐’๐„๐„๐๐€๐€ ๐†๐€๐๐€๐€๐๐€๐€ ๐Š๐€๐๐€๐‰๐€๐Œ๐“๐”๐” ๐€๐‘๐“๐ˆ๐’๐“ ๐ˆ๐‹๐…๐ˆ๐๐€๐’๐‡ ๐๐€๐๐๐Ž๐Ž ๐†๐€๐‹๐ƒ๐€๐€๐’๐€๐€ Gootittii qabsooftuu fi sabboontuu artist Inlfinash Qannoo abbaa ishee obbo Qannoo Galdaasaa fi haadha ishee aadde Zartihuun Qananii Naqamtee irraa Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa Ona Guutooโ€ฆ
โค1
September 8, 2026 526 1