Namoonni dhukkuba garaachaa (peptic ulcer disease) qaban qorichoota kana fayyadamuu hin qaban,isaanis ◍Qorichoota garee NSAIDs kan akka 👉 Diclofenac 👉 Ibuprofen 👉 Naproxen 👉 Indomethacin ◍ Steroids- kan akka prednisolone ◍ Aspirin ◍ kiniinii (tablet) Ayiranii 👉 Qorichoota kana fayyadamuun dirqama yoo ta'e ogeessa fayyaa mariisisuun of eeggannoon fayyadamuun qabna. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!!
August 28, 2026 986