#Beeksisa_Qaacarrii.
Baankiin Daasheen gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan odeeffannoo dabalataa fi akkaataa galmee asii argachuu dandeessu👇👇
https://harmeejobs.com/company/dashen-bank-s-c/
June 19, 2026 1.4K 7 2