#Grade 6 result Akkuma beekkamu guyyaa har'aa bu'aan qabxii qormaata kutaa 8ffaa ifa ta'ee jiraachuun ni yaadatama haaluma kanaan bu'aan qabxii qormaata kutaa 6ffaa guyyoota kurnan itti aanu booda akka ifoomu BBO ibsee jira. Kana jechuun bu'aan qormaatichaa Adoolessa 25/2018 akka ifa ta'u kan eeggamuudha. Hanga guyyaa sanaatti barattootni fi maatiin barattootaa obsaan akka eegdan isin beeksifna. @B_B_O2
July 28, 2026 943 2