Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Ifa Ta'eera - Haala… — Biiroo Barnoota Oromiyaa — TG.ME

✔️Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Ifa Ta'eera - Haala Itti Ilaallattan! Biiroon Barnootaa Oromiyaa bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa ifatti kan gadi dhiise yoo ta'u, barattoonni fi maatiin karaa sarara intarneetiin qabxii isaanii ilaallachuu ni danda'u. Qabxii keessan haala salphaa ta'een ilaallachuuf, jalqaba irratti weebsaaytii ofiishaalaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa 👇 oromia.ministry.et jedhu banaa. Weebsaaytichi erga isiniif banamee booda, filannoo "Check My Result" jedhu tuqaa. Itti aansuun, bakka "Registration Number" jedhutti lakkoofsa galmee (Admission Number) qormaata irratti fayyadamtan kan galchitan yoo ta'u, bakka "First Name" jedhuttis maqaa keessan kan jalqabaa qofa galchuudhaan bu'aa keessan salphaatti ilaaluu dandeessu. @B_B_O2

July 22, 2026 654 1