Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaa ji'a tokkoo oliif ajandaawwan biyyaalessaa mari'achaa turuun guyyaa har'aa yaadota murtoo xumuraa dhiyeesseera. Haaluma kanaan magaalaan Finfinnee itti waamamni ishee magaalaa guddoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta'uu heera mootummaa keessatti akka tumamu yaada murtoo dhiyeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eJRQ7Kv
BBC News Afaan OromooFinfinneen magaalaa guddoo Oromiyaa jedhamtee beekamtii Heera Mootummaa akka argattu yaadni murtoo dhiyaateMariin Biyyaalessaa Itoophiyaa ji'a tokkoo oliif ajandaawwan biyyaalessaa mari'achaa turuun guyyaa har'aa yaadota murtoo xumuraa dhiyeesseera. Haaluma kanaan magaalaan Finfinnee it…August 21, 2026 11.2K 11