@Ansaarulhudaa01 · 777 subscribers
Ansaarul-hudaa Haqaaf tumsina! kaayyoo waldicha 1.Harka qalleeyyii deeggaruu 2.Da'awaaf haala mijeessuu 3.Tokkummaa muslimootaa cimsuufi dhimmoota islaamaa kanneen birooti Waldaan kun G/arsii A/sirkaatti Dargagoota aanichaatiin kan hundeeffameedha!
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Ansaarulhudaa01Is this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created March 8, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 17, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Iid Mubaarak! Kabajamtoota Maati Ansaarul Hudaa Hundaaf Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa bara 1447tiin isin gahe nuun gahe! Ayyaanni kun kan gammachuu fi nagaa isiniif haa ta'u. Ansarul Huda Haqaaf Tumsina! ዒድ ሙባረክ! እንኳን ለ1447ኛው የዒድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ አደረሰን! በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር እና የደስታ ይሁንላችሁ።
As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan walgahiin keenya idilee guyyaa 16/9/2018 sa'aati 3:30 irratti eegala hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu. Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu Ansarul Huda …
As wr wb kabajamtoota maati Ansaarul Hudaa hundumti keessan walgahiin keenya idilee guyyaa 2/8/2018 sa'aati 3:30 irratti eegala hundumti keessan akka irratti argamtan afferamtani jirtu. Iddoon gamo baanki feyd irratti argamu gubbatti nu argattu Ansarul Huda …
[media, no text]
Kawnisiliin Dargaggoota Muslimaa A/Sirkaa Caasaalee Ganda fi Masjida irraa jiraanif leenjii hubbaannoo uumu Kennee jira. Qabiyee leenjii 1.Maaluma hogansa 2.Maalumaa Kawnisilii 3. Galmee miseensoota irraati leenji bal'aa bakka hoggantooni majilsaa argamaniti kenne jira. Ansarul huda Haqa tumsina!