በአራዳ ክፍለ ከተማ አስተዳደር በወረዳ 01 ትምህርት ጽ/ቤት
የአፍሪካ አንድነት ቁ.1 ቅድመ አንደኛ፣ አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት
Bulchiinsa kutaa Magaalaa Araadaa Waajjira Barnootaa Aanaa 01 tti
Mana Barumsaa Afrikaa Andinnat Lakk.1 Sadarkaa 1ffaa duraa, sadarkaa 1ffaa fi G/galeessati
Arada sub - City Administration woreda 01 Education Office
Afrikaa Andinnat Lakk.1 pre primary, primary and Medium School
የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የነባር እና የአዲስ ተማሪዎች የምዝገባ መርሃ ግብር
ውድ የአፍሪካ አንድነት ቁ.1 ቅድመ አንደኛ፣ አንደኛና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት የተማሪ ወላጆች እና ተማሪዎች አስቀድመን እንኳን ለ2019 የትምህርት ዘመን አደረሳችሁ እያልን፡፡ የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን ከቅድመ አንደኛ እስከ 8ኛ ክፍል
በቀን እና በማታ
በአማርኛ እና በአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት
አማርጭና መሰረታዊ የጎልማሶች ትምህርት የነባርና የአዲስ ተማሪዎች ምዝገባ ከሀምሌ 20/2018 ዓ.ም ጀምሮ የምንመዘግብ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
አዲስ ተማሪዎች ለመመዝገብ ወደ ት/ቤት ከመምጣታችሁ በፊት እነዚህን መረጃወች መያዝ አለባችሁ
የተማሪው/ዋ 3በ4 የሆነ 1 ፎቶ ግራፍ
የወላጅ ወይም ያሳዳጊ 3በ4 የሆነ 1 ፎቶ ግራፍ
የተማሪው/ዋ የልደት ካርድ
የተማሪው/ዋ የ2018 ዓ.ም የውጤት መግለጫ ካርድ
ከነበሩበት ት/ቤት መልቀቂያ ማምጣት
የወላጅ የፋይዳ መታወቂያ
የተማሪው የፋይዳ ቁጥር
በአራዳ ክፍለ ከተማ አስተዳደር በወረዳ 01 ትምህርት ጽ/ቤት
የአፍሪካ አንድነት ቁ.1 ቅድመ አንደኛ፣ አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት
Bulchiinsa kutaa Magaalaa Araadaa Waajjira Barnootaa Aanaa 01 tti
Mana Barumsaa Afrikaa Andinnat Lakk.1 Sadarkaa 1ffaa duraa, sadarkaa 1ffaa fi G/galeessatti
Arada sub - City Administration woreda 01 Education Office
Africa Andinet no.1 pre primary, primary and Medium School
Galmee Bara Barnootaa 2019 A.L.I Barattoota idileefi haaraaf haaldureewwan barbaachisan:
Kabajamtoota fi Jaallatamtoota Barattootaafi Maatii barattootaa Mana Barumsaa Afrikaa Andinnat Lakk.1 Sadarkaa1ffaa duraa,Sadarkaa 1ffaa fi G/Galeessaatiif.
Baga Bara Barnootaa 2019 isin gahe jechaa galmeen barattootaa Barnoota Sadarkaa Tokkoffaan Duraa (KG) irraa jalqabee hanga Kutaa 8ffaatti eegalee jira.Kanaaf galmaa’uu kan barbaaddaniif :-
Barnoota guyyaafi galgalaa
Sirna Barnoota Afaan Amaariffaafi Afaan Oromoon
Ga’eessotaafi Barnoota filannoon baratamu irratti barattoota buleeyyiifi haaraa ta’an Adoolessa 20/11/2018 A.L.I galmee eegaluu keenya isin beeksisna.
Barattoonni haaraan galmaa’uuf wanti isaan barbaachisu;
Suura Barataa/ttuu 3×4 tokko
Suura Maatii/Guddiftuu 3×4 tokko
Waraqaa dhalootaa barataa/ttuu
Kaardii bara 2018
Waraqaa faayiidaa Maatii
Waraqaa geggeessituu mana Barumsaa irraa dhufanii.
lakkoofsa faayiidaa Barataa/ttuu