Urgeeffadheen Argee Urgeeffadheen arge libaana mana keeti Kawaala kee… — Qo'annaa Faarfannaa — TG.ME

Forwarded fromQOQo'annaa Faarfannaa

Urgeeffadheen Argee Urgeeffadheen arge libaana mana keeti Kawaala kee deemee tulluu libaanositti Ulfinni kee addaadha yaa Taklehayimaanoti Qabsuura keen hima addunyaa hundatti Daa'imummaa keetti addunyaa dagattee Waaqayyoo gooftaafi missiruumma filatte Ulfinasf kabajaa samiirra badhaafamtee Ajaa'i…

August 29, 2026 91 4