Guca ati dhaamsite
Onnee koo keessatti
Baraan namuun ibsu
Akkuma dukkanetti
Mana koo onsitee
Deemte yemmuun laalu
Maalifi garuu
Kanan caalatti si jaallu?
Kaachuu
@Walaloon_Jaalala · 38.1K subscribers
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha. Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa @Walaloo_bot https://telega.io/?r=l9NDCHx-
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/Walaloon_JaalalaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created October 23, 2017per Telegram
We have been tracking it since August 14, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.