Atinaaf... ... Iddootti qalbiin koo Boqonnaa argattu Teessuma lubbuun koo Aara itti galfattu ~ soora qalbii kootii.... ~ burqituu nageenyaa Dheebuu kan na baastu Jabaa onnee kootii Jaalalaan kan raastu ~ bakkee magariisaa halluu diimaan make Yaadaan na geejjibnaan Si barbaachan dhaqe ~ guyyaaman si arge Lubbuun koo lalise Daandii jaalalaa irra Fedhaan balaliise ~ silaas maalan jedha Jedhus maalan godha Hangan lubbuun jiru Baay'een si jaalladha . 👉1w1L1(10w2L1)2)2w2L7(1w1L6)2)1w2L5 ❤👈 By abdi
April 29, 2025 947 9 3