BBC News Afaan Oromoo Bofa sodaattuu? Sharariitiihoo? Garuu maaliifi?… — VOA Afaan Oromoo — TG.ME

📘 BBC News Afaan Oromoo Bofa sodaattuu? Sharariitiihoo? Garuu maaliifi? Sodaan dhala namaatiif miira baay'ee barbaachisaa akka ta'e ogeeyyiin himu. ''Haa ta'u malee jireenya guyyuutiif gufuu ta'uu eegallaan foobiyaadha jennee fudhachuu dandeenya" jedhu. Namni maaliif waa sodaata? Uumamaan moo waan baratamu? 👇👇 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

August 24, 2026 1.2K 1 1