Yaqiinni maali....? Yaaqiina jechuun Yaqiinni dhugaa yammuu rabbii… — Suheyba Adam(su) — TG.ME

Forwarded fromHAHamdi abdujabar
Yaqiinni maali....?

Yaaqiina jechuun

Yaqiinni dhugaa yammuu rabbii kadhattu
Waan hin tahu jette sammuun te beeytuu
Garuu keessa keetin kan rabbi abddattu
Inni ni dandaha naaf taha yammuu jattu

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
👆👆👆👆👆👆👆👆
Join & share
November 18, 2025 302