Forwarded fromHamdi abdujabar
As wr wb nashiidaan tun nashiidaa amata torba (7) dura sahibban kiyya waliin dalayne hoggaa tahu amma haarayaan isiniif gad dhiisne nashiidaalee jalqaba nuti yeroo nashiidaa eegallu dalayne jechuudha dhugaa himuuf nashiidaaleen tun tan hunda caalaa itti laffaane fii itti cinqanne me namayutu seenaatii daawwadhaa channel Hamdi Abduljabar asumaanu subscribe godhuun jajjabeessaa innis dhiheenyatti dalagaa harayaan waan dhufaa jiruuf haala bareedaan naaf simadhaa glt
November 11, 2025 261