Jijjiirraa online ilaalchisee godina harargee lixaa aana hawwii… — Shemsu Shifa✍ — TG.ME

Jijjiirraa online ilaalchisee godina harargee lixaa aana hawwii qajeelfamaan alaa ba'anii wagga15 ol malee approve hin goonu jedhanii maaloo sagalee nuu ta'a jijjiirraan tuttuqaa irraa bilisa jechaa mirgii barsiisaa maaf sarbamaa BBO, waldaa barsiisota oromiyaa adaraa horddoffii nuu Godhàa.

August 25, 2026 4.5K