@ShananGib · 1.2K subscribers
Odeeffannoo qabatamaa Siyaasa Diinagdee Ispoortii isin biraan geenya. Chanaala keenya hordofaa🥰🙏🙏
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/ShananGibIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created August 1, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 22, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Ramadan Mubarak Baga geessan . Guyyaan soomana Ramadana boru tahuun beekamee jira.
#kutaa_12ffaa Qabxiin darbiinsaa 300 ture 297 ta’e. Barattoota qabxii qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 dhibbeentaa 49.50 - 49.99 fidan qabxiin isaanii gara dhibbeentaa 50tti siqsamuun akka darban akka taasifamu murtaa’e. Ministeerri ministeera barnootaa Pirofeeser Birhaanuu naggaan barattoonni qo…
Qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa guyyaa boruu ifooma. Kanaan wolqabatee guyyaa boruu sa'aatii 10 irratti ministeerri barnootaa midiyaaf ibsa ni kenna.
barattoni university channel kana join godhaa isin fayyadaa https://t.me/Munewerabdella
ODUU: Biyyummaa Filisxeemiif adeemsi beekamtii kennuu ''amma eegaluu qaba'' - Jarman Ministirri Haajaa Alaa Jarman Johaan Wadefaal biyyummaa Filisxeemiif adeemsi beekamtii kennuu ''amma eegaluu qaba'' jedhan. Jarman beekamtiin Filisxeem argattu xumura waan hundaa ta'uu danda'aas jedhaniiru.