Qajeelfami durgoo ooggantootaafi muudamtootaa Lakk 30/2018:... Kan… — Qajeelfama Faaynaansii BBQ fi P. Sarvisii fi Kanneen Biroo — TG.ME

Qajeelfami durgoo ooggantootaafi muudamtootaa Lakk 30/2018:... Kan afaan Oromoo kutaa lama lakk. 6.2 dogoggora hiikaa waan qabuuf kan afaan amaaraa lakk. 6.1 sirritti ni ibsa. Durgoo nyaataa %60 shallagamee gabatee keessa taa'ee waan jiruuf guutummaan isaa kan kaffalamu ta'a. Gatiin siree %40 sadarkaa isaaniitiin durgoo hayyamameen risitii siree dhiiyaatuun kan kaffalamu taha. Wal-bira qabaa ilaalaa.
Waliif qoodaa
1109_የመንግስት_ተሿሚዎች_የቀን_ውሎ_አበል_ክፍያ_አፈፃፀም_መመሪያ_ቁጥር_251001_181903.pdf278 KB · PDF
❤21
February 25, 2026 13.5K 46