Qajeelfama Faaynaansii BBQ fi P. Sarvisii fi Kanneen Biroo: post #531 — TG.ME

አዲሱ የዐቃቤ ሕግ ደመወዝ ይፋ ሆኗል

የዓቃቢያን ሕግ የደመወዝ ማስተካከያ ባለፈው ሰኞ ጥቅምት 3/2018 ዓ.ም ለየክልሎች መላኩን የሲቪል ሰርቪስ ኮሚሽን ኮሚሽነር ዶ/ር መኩሪያ ኃይሌ ገልፆ ነበር።

በዚህ መሰረት ለክልሎች ፍትህ ቢሮ በተላከው ደብዳቤ ላይ እንደተገለፀው ፡-
1ኛ/ የክልል ዐቃቢ ሕጎች 30,006 ብር
2ኛ/ የዞን ዐቃቢ ሕጎች 22,630 ብር
3ኛ/ የወረዳ ዐቃቢ ሕጎች 21,453 ብር በአዲሱ ደመወዝ ይከፈላቸዋል።

Mindaan haaraan abbootii alangaa ifoomeera

Sirreeffamni mindaa Abbootii Alangaa Isniina darbe Waxabajjii 3/2018 naannooleef ergamuu isaa Komishinarri Komishinii Siivil Sarviisii Dooktar Mekuriyaa Haayilee beeksisaniiru.

Haaluma kanaan akkuma xalayaa Biiroo Haqaa irra bahe addeessutti
1ffaa Abbootii Alangaa Naannoo Qr. 30,006

2ffaa Abbootii Alangaa Zoonii Qr. 22,630

3ffaa Abbootii Alangaa Aanaaf Miindaa haaraa kanaan Qr. 21,453 kan kaffalamu tahu heerameera.
❤35👏4
October 18, 2025 16.6K 19