Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu ๐Ÿ› Qaamaโ€ฆ โ€” Dawaa Qalbii โ€” TG.ME

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu

๐Ÿ› Qaama Dhiqachuu
๐Ÿ‘• Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
๐Ÿ•Œ Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
๐Ÿšถ Yoo danda'ame miilaan deemuu.
๐Ÿ“– Suura Al-Kahfi dubbisuu.
๐Ÿคฒ Nabiyyii Muhammad ๏ทบ irratti salawaata baay'isuu.
๐Ÿ“ฟ Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
๐Ÿ‘‚ Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
๐Ÿ•Œ Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
โฐ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
๐Ÿ“– Qur'aana baay'inaan qara'uu.
๐Ÿ’ฐ Sadaqaa kennuu.

#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
August 28, 2026 138