Oduu Ammee! Firiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018… — Dawaa Qalbii — TG.ME

Oduu Ammee!
Firiin Qormaata  Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018  Ibsame.


BBO - Hagayya 16/2018  Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa  Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.
Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%)

Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darbaniiru.

#Manneen_barnootaa_barattoota_isaanii_100% dabarsan:
-Biyyaalessaa: 88
-Oromiyaa: 37

#Qabxii_olaanaa_biyyaalessaa:
- Damee Barnootaa Saayinsii Uumamaa (#Natural_Science): 591 – Mana Barnootaa #Bultii_Addaa_WMO_Adaamaa irraa yoo ta'u,

- Damee Barnootaa Saayinsii Hawaasaa (#Social_Science) 576 – Mana Barnootaa Ifa Boruu #Bultii_Addaa_Dodolaa irraa ta'uun beekameera.

Qabxii 'Remedial'kan argatan ilaalchisee odeeffannoon bal’aan fuula dura ibsama.

Liinkii ittiin Qabxii Ilaallattan Akkuma Gad-dhiifameen Isin Biraan Geenya!
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
August 22, 2026 203