Hireen egeree Finfinnee murtee argate.
Marii Biyyaalessaa guyyoota 40'n darbaniif geggeeffama tureen hirmaattoonni dhimma hiree Finfinnee irratti wal mormiifi falmii guddaa geggeessuun Finfinneen Handhuraafi Teessoo Mootummaa naannoo Oromiyaa akkasumas teessoo mootummaa federaalaa ta’uun itti waamamni ishee ammoo Mootummaa federaalaaf akka ta’u irratti waliif galameera.

12August 21, 2026 1.7K 3