Marii Biyyaalessaan booda hireen Finfinnee maal ta'a?
1, Teessoo Federaalaa, Handhuraa Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsa Federaalaa Jala oolti
2. Teessoo Federaalaa, Handhuraa Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsa of-danda'aa
3. Teessoo Federaalaa, Handhuraa Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa jala oolti.
4. Teessoo Federaalaa, Bulchiinsa Federaalaa jalatti Naannoo of-danda'aa.
Hireen Finfinnee maal ta'a?

21
1August 13, 2026 3.1K 2