Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu bekkameeraBarattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna.Har'a sa'aa booda ykn boru ganama irraa kaasuun barattoonni kutaa 12ffaa bu'aa qormaata isaanii akka ilaalan ni taasifama.Qabxiin yemmuu gadi lakkifamu qabxii keessan karaawwan armaan gadiidhaan ilaluu ni dandeessu:-👇👇1. https://result.eaes.et2. https://result.neaea.gov.et 3. https://t.me/eaesbot4. SMA 6284Hiriyoota keessanif share godhaa Result gaarii isinif haa tahuIlaalladhaa amma gadi dhiifameeraa 🎉🎉🎉@Elsay_Techt.me/oromootech/5040211August 25, 2026 514 3