Breaking - Paaspoortiin guyyaa 45tti bahu ammas deebi'eera!
Finfinnee dabalatee magaalota baay'ee keessatti beellamni ashaaraa paaspoortii guyyaa 45 - 60 qofaan guutamaa jira.
Damee Finfinnee irratti beellama ji'a 3'n kan guutamaa ture sababa Damee haaraan 2 kutaa magaalaa Nifaas Silkii fi Kolfee Qaraaniyootti waan dabalameef guyyaa 45tti deebi'eera.
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan mana keessan teessanii karaa online nabiratti xumurachuu dandeessu. Ashaaraa kennuu fi paaspoortii fudhachuu qofaaf qaamaan deemuu isin barbaachisa. Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan kaffalattu waan ta'eef birriikootu nyaatama jettanii waan sodaattan tokkollee hinqabdani. Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, kan bade baasuuf, akkasuma umrii fi maqaa keessan sirreeffachuu yoo barbaaddan beellama normaliinis, ariifachiisaadhaanis magaalaa barbaaddan irratti isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1
Gaaffii yoo qabaattanis 0976761682 irratti naaf bilbiluu dandeessu!